Provérbios 6

GAZ

1 Yaa ilma ko, ati yoo ollaa keetiif wabii taatee

2 yoo waanuma dubbatteen qabamtee

3 yoos yaa ilma ko, // ati sababii harka ollaa keetii seentee jirtuuf

4 Ija keetiif hirriba,

5 Ati akkuma kuruphee harka adamsituutii baatuutti,

6 Yaa dhibaaʼaa nana mee gara goondaa dhaqi;

7 Inni ajajaa hin qabu;

8 taʼu illee inni bona keessa nyaata isaa kuufata;

9 Yaa dhibaaʼaa nana, ati hamma yoomiitti ciifta?

10 Hirriba xinnaa, mugaatii xinnaa,

11 hiyyummaanis akkuma hattuutti sitti dhufa;

12 Namni rakkisaan, namni hamaan,

13 inni ijaan dhaʼa;

14 inni garaa isaa isa sobaadhaan hammina yaada;

15 Kanaafuu badiisni yommusuma isatti dhufa;

16 Waaqayyo waan jaʼa jibba;

17 Ija of tuulu,

18 garaa mala hamaa malu,

19 dhuga baatuu sobaa kan soba dhangalaasu,

20 Yaa ilma ko, ajaja abbaa keetii eegi;

21 Bara baraan garaa keetti qabadhu;

22 Yeroo ati deemtu isaan si qajeelchu;

23 Ajajni kun ibsaadhaatii;

24 isaan dubartii hamtuu irraa,

25 Garaa kee keessatti bareedina ishee hin dharraʼin;

26 Sagaagaltuun buddeena tokkoon bitamtiitii;

27 Namni bobaa jalatti ibidda baadhatee

28 Namni ibidda cilee irra ejjetee

29 Namni niitii nama biraa wajjin ciisus akkasuma taʼa;

30 Yoo hattuun tokko beela baʼuuf jedhee hate,

31 Garuu inni yoo qabame dachaa torba baasa;

32 Namni sagaagalu qalbii hin qabu;

33 Qoodni isaa dhaanamuu fi salphachuu dha;

34 Hinaaffaan aarii dhirsaa kakaasaatii;

35 Inni beenyaa tokko illee hin fudhatu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado