Provérbios 5

GAZ

1 Yaa ilma ko, ogummaa koo qalbeeffadhu;

2 kunis akka ati hubannaa turfattee

3 Hidhiin ejjituu damma coccobsa;

4 dhuma irratti garuu isheen akkuma hadhooftuu hadhoofti;

5 Miilli ishee gara duʼaatti gad buʼa;

6 Isheen waaʼee karaa jireenyaa dhimma hin qabdu;

7 Egaa yaa ilmaan ko, mee na dhagaʼaa;

8 Karaa keessan ishee irraa fageeffadhaa;

9 kunis akka ati ulfina kee nama biraatiif,

10 akkasumas qabeenya kee ormatu nyaata;

11 Dhuma jireenya keetiitti,

12 Atis akkana jetta; “Ani akkamittin adabamuu jibbee!

13 Ani barsiistota kootiif hin ajajamne

14 Ani waldaa guutuu gidduutti

15 Eela kee keessaa bishaan,

16 Burqaan kee guutee daandii irra, bishaan kee kan yaaʼus

17 Isaan kan kee haa taʼan;

18 Burqaan kee haa eebbifamu;

19 Isheen miidhagduu akka borofaa, bareedduu akka gadamsaa ti;

20 Yaa ilma ko, ati maaliif ejjituudhaan boojiʼamta?

21 Karaan namaa guutumaan guutuutti fuula Waaqayyoo dura jiraatii;

22 Balleessaan nama hamaa isuma qabaata;

23 Inni sababii adabamuu dhabeef duʼa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado