Provérbios 10

GAZ

1 Fakkeenyawwan Solomoon:

2 Qabeenyi karaa hamaadhaan horatan gatii hin qabu;

3 Waaqayyo akka warri qajeelaan beelaʼan hin eeyyamu;

4 Harki hojii hin hojjenne nama hiyyoomsa;

5 Namni yeroo bonaa midhaan walitti qabatu ilma ogeessa;

6 Eebbi mataa qajeeltotaatti gonfoo kaaʼa;

7 Yaadannoon nama qajeelaa eebba taʼa;

8 Namni garaa isaatti ogeessa taʼe ajaja fudhata;

9 Namni amanamaan sodaa malee deema;

10 Namni ija hamminaatiin waa namaan jedhu rakkoo uuma;

11 Afaan nama qajeelaa burqaa jireenyaa ti;

12 Jibbi lola kakaasa;

13 Ogummaan hidhii nama waa hubatuu irratti argamti;

14 Namoonni ogeeyyiin beekumsa kuufatu;

15 Qabeenyi sooreyyii isaaniif magaalaa daʼoo qabduu dha;

16 Mindaan qajeeltotaa jireenya;

17 Namni gorsa fudhatu karaa jireenyaa irra deema;

18 Namni hidhii sobuun jibba dhokfatu,

19 Yoo dubbiin baayʼatu, cubbuun keessaa hin dhabamu;

20 Arrabni nama qajeelaa meetii filatamaa dha;

21 Arrabni nama qajeelaa nama hedduu soora;

22 Eebbi Waaqayyoo nama sooromsa;

23 Gowwaan amala hamaadhaan gammachuu argata;

24 Wanni namni hamaan sodaatu isumatti dhufa;

25 Yeroo bubbeen hamaan bubbisu namoonni hamoon ni badu;

26 Akkuma wanni dhangaggaaʼaan ilkaan miidhee, // aarris ija miidhu sana

27 Waaqayyoon sodaachuun bara jireenya namaa dheeressa;

28 Abdiin nama qajeelaa gammachuu taʼa;

29 Karaan Waaqayyoo nama qajeelaaf daʼoo dha;

30 Qajeeltonni yoom iyyuu hin fonqolfaman;

31 Afaan nama qajeelaa ogummaa dubbata;

32 Arrabni nama qajeelaa waan fudhatama qabu dubbata;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado