Provérbios 26

GAZ

1 Akkuma cabbii yeroo bonaa yookaan bokkaa yeroo haamaa,

2 Akkuma simbirri barriftu yookaan daaloteen barriftu

3 Alangaan fardaaf, luugamni harreef,

4 Gowwaadhaaf akka gowwummaa isaatti hin deebisin;

5 Gowwaadhaaf deebii gowwummaa isaatiif malu kenni;

6 Harka nama gowwaatti ergaa ergachuun,

7 Afaan nama gowwaa keessatti,

8 Namni gowwaadhaaf ulfina kennu,

9 Fakkeenyi afaan gowwaa keessatti

10 Namni gowwaa yookaan kara deemaa qaxaratu

11 Akkuma sareen diddiga isheetti deebitu sana,

12 Ati nama akka ilaalcha ofii isaatti ogeessa taʼe argitaa?

13 Dhibaaʼaan, “Leenci karaa irra jira;

14 Akkuma saanqaan muchoo isaa irra naannaʼu,

15 Dhibaaʼaan harka isaa waciitii keessa kaaʼa;

16 Dhibaaʼaan namoota hubannaadhaan

17 Namni lola nama biraa keessa seenu,

18 Akkuma maraatuu ibidda yookaan xiyya

19 namni, “Ani nan qoose!” jedhee

20 Ibiddi yoo qoraan dhabe ni dhaama;

21 Akkuma cileen barbadaa ibiddaa bobeessee // qoraan ibidda qabsiisu sana

22 Dubbiin hamattuu akkuma gurshaa miʼaawuu ti;

23 Dubbiin gaariin garaa hamaa keessaa baʼu

24 Namni maqaa namaa balleessu tokko // arrabuma ofiitiin nama tolaa of fakkeessa;

25 Yoo dubbiin isaa sitti miʼaawe iyyuu isa hin amanin;

26 Jalʼinni isaa sobaan haguugamee dhokfamuu dandaʼa;

27 Namni boolla qotu boolla keessa buʼa;

28 Arrabni sobu tokko warruma miidhu sana jibba;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado