1 Fakkeenyawwan kunneen fakkeenyawwan Solomoon kanneen namoonni Hisqiyaas, mooticha Yihuudaa garagalchanii dha:
2 Waa dhoksuun Waaqaaf ulfina isaa ti;
3 Akkuma samiiwwan ol dheeratanii
4 Meetii irraa xurii baasi;
5 Nama hamaa fuula mootii duraa balleessi;
6 Fuula mootii duratti ol of hin qabin;
7 inni fuula namoota bebeekamoo duratti si salphisuu irra,
8 daftee mana murtiitti hin fidin;
9 Dhimma kee ollaa kee wajjin falmadhu;
10 yoo kanaa achii namni waan sana dhagaʼee si qaanessa;
11 Dubbiin yeroo isaatti dubbatame,
12 Ifanni nama ogeessaa gurra dhaggeeffatuuf,
13 Ergamaan amanamaan tokko warra isa ergataniif
14 Namni kennaa namaaf hin kennineen boonu tokko
15 Obsaan bulchaa tokko garaa laafifachuun ni dandaʼama;
16 Damma yoo argatte hamma si gaʼu nyaadhu;
17 Mana ollaa keetii dhaquu hin baayʼisin;
18 Namni sobaan ollaa isaatti dhugaa baʼu, akkuma bokkuu yookaan
19 Nama hin amanamne tokko yeroo rakkootti abdachuun
20 Nama garaan isaa gaddeef sirba sirbuun
21 Yoo diinni kee beelaʼe waan inni nyaatu kenniif;
22 Kana gochuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irra tuulta;
23 Akkuma bubbeen kaabaa bokkaa fidu,
24 Niitii nyakkiftuu wajjin mana tokko keessa jiraachuu mannaa,
25 Oduun gaariin biyya fagootii dhufu,
26 Namni qajeelaan fuula hamootaa duratti kufu,
27 Damma baayʼee nyaachuun gaarii miti;
28 Namni of hin qabne,