1 Hamootatti hin hinaafin;
2 garaan isaanii hammina malataatii;
3 Manni ogummaadhaan ijaarama;
4 kutaawwan isaas, beekumsaan, qabeenya gatii guddaatii fi
5 Ogeessi humna guddaa qaba;
6 waraana banuuf qajeelfama,
7 Gowwaa irraa ogummaan akka malee ol fagoo dha;
8 Namni hammina malu,
9 Malli gowwummaa cubbuu dha;
10 Ati yoo gaafa rakkinaa laafte,
11 Warra gara duʼaatti geeffamaa jiran duʼa jalaa baasi;
12 Yoo ati, “Nu waan kana homaa hin beekne” jette,
13 Yaa ilma ko, dammi waan gaarii taʼeef nyaadhu;
14 Akka ogummaan lubbuu keetti miʼaawu illee beeki;
15 Akka nama seeraan hin bulleetti mana nama qajeelaa // riphxee hin eeggatin;
16 Namni qajeelaan yeroo torba kufu iyyuu, deebiʼee ni kaʼaatii;
17 Yeroo diinni kee kufutti hin ililchin;
18 yoo kanaa achii Waaqayyo waan kanatti ni gaddaatii;
19 Ati sababii jalʼootaatiif aariidhaan hin gubatin;
20 Namni jalʼaan fuul duratti abdii hin qabuutii;
21 Yaa ilma ko, Waaqayyoo fi mootii sodaadhu;
22 badiisni akkuma tasaa isaanitti dhufaatii;
23 Kunneenis jechoota ogeessaa ti:
24 Kan nama yakka qabuun, “Ati balleessaa hin qabdu”
25 Warri nama yakka hojjetu ifatan garuu ni gammadu;
26 Deebiin qajeelaan,
27 Hojii kee kan diidaa raawwadhuutii
28 Sababii tokko malee ollaa keetti dhugaa hin baʼin
29 Ati, “Waanuma inni na godhe anis isa nan godha;
30 Ani lafa qotiisaa nama dhibaaʼaa keessa baʼee,
31 qoraattiin lafa hunda guuteera;
32 Ani argeen waan sana qalbeeffadhe;
33 hirriba xinnaa; mugaatii xinnaa;
34 hiyyummaanis akkuma hattuutti,