1 Maqaan gaariin badhaadhummaa guddaa caalaa filatamaa dha;
2 Wanni sooressaa fi hiyyeessa wal fakkeessu kanaa dha:
3 Namni hubataan balaa argee jalaa dhokata;
4 Gad of qabiisnii fi Waaqayyoon sodaachuun,
5 Karaa hamootaa irra qoraattii fi kiyyootu jira;
6 Daaʼima tokko karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;
7 Sooressi hiyyeessa bulcha;
8 Namni hammina facaasu rakkina haammata;
9 Namni arjaan waan nyaata isaa hiyyeeyyiif qooduuf
10 Qoostuu of biraa ariʼi; lolli ni qabbanaaʼaa;
11 Nama qulqullina garaa jaallatuu fi
12 Iji Waaqayyoo xiyyeeffatee beekumsa ilaala;
13 Dhibaaʼaan, “Leenci ala jira!
14 Afaan ejjituu boolla gad fagoo dha;
15 Gowwummaan yaada daaʼimaa keessatti hidhameera;
16 Namni qabeenya isaa guddifachuuf jedhee
17 Qalbeeffadhuutii waan namni ogeessi jedhu dhaggeeffadhu;
18 yoo ati qalbiitti qabattee // hunduma isaa hidhii kee irratti qopheeffatte
19 Akka abdiin kee Waaqayyo taʼuuf
20 Ani jecha soddoma, jecha gorsaatii fi
21 Kanas ani akka ati warra si erganiif
22 Ati sababii inni hiyyeessa taʼeef jettee hiyyeessa hin saamin;
23 Waaqayyo dubbii isaanii ni ilaalaaf;
24 Nama dafee aaru michuu hin godhatin;
25 yoo kana goote karaa isaa baratta;
26 Nama harka dhaʼee waadaa galu
27 yoo ati waan baaftu dhabde,
28 Dhagaa daarii durii,
29 Nama hojii isaa keessatti ogummaa qabu argitee?