Provérbios 20

GAZ

1 Daadhiin wayinii nama qoostuu, // dhugaatiin cimaan immoo waccuu nama godha;

2 Dheekkamsi mootii akkuma aaduu leencaa ti;

3 Lola irraa fagaachuun ulfina;

4 Dhibaaʼaan yeroodhaan hin qotatu;

5 Yaadni qalbii namaa akkuma bishaan gad fagoo ti;

6 Namni hedduun akka jaalala hin dhumne qabu dubbata;

7 Namni qajeelaan amanamummaadhaan jiraata;

8 Mootiin tokko yeroo murtii kennuuf teessoo isaa irra taaʼutti,

9 Eenyutu, “Ani garaa koo qulqulleeffadheera;

10 Madaalii jalʼaa fi safartuu jalʼaa

11 Mucaan xinnaan iyyuu amalli isaa qulqulluu fi

12 Gurra dhagaʼuu fi ija argu,

13 Akka hin hiyyoomneef, hirriba hin jaallatin;

14 Namni waa bitatu, “Wanni kun gaarii miti; // wanni kun gaarii miti!” jedha;

15 Warqeen ni jira; lulli diimaanis baayʼinaan jira;

16 Nama nama ormaatiif wabii taʼe irraa uffata isaa fudhadhu;

17 Nyaanni gowwoomsaadhaan argame namatti miʼaawa;

18 Gorsaan karoora baafadhu;

19 Hamattuun icciitii baafti;

20 Namni tokko yoo abbaa isaa yookaan haadha isaa abaare,

21 Dhaalli jalqabumatti dafee argame

22 Ati, “Yakka ati hojjette kanaaf // ani gatii kee siifin kenna!” hin jedhin;

23 Waaqayyo madaalii jalʼaa ni balfa;

24 Adeemsi namaa Waaqayyoon qajeelfama.

25 Namni utuu itti hin yaadin, // “Wanni kun Waaqaaf qulqulleeffameera” jedhee

26 Mootiin ogeessi hamoota gingilchee addaan baasa;

27 Ibsaan Waaqayyoo hafuura namaa sakattaʼa;

28 Jaalallii fi amanamummaan mootii tokko nagaan jiraachisu;

29 Ulfinni dargaggootaa jabina isaanii ti;

30 Abootteen nama madeessu hammina nama irraa qulqulleessa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado