1 Namni addaan of baasu ofittummaa duukaa buʼa;
2 Namni gowwaan hubannaa argachuutti hin gammadu;
3 Yeroo hamminni dhufu tuffiin dhufa;
4 Dubbiin afaan namaa bishaan gad fagoo dha;
5 Gara nama hamaa goruun // yookaan nama balleessaa hin qabne
6 Hidhiin gowwaa lola fida;
7 Afaan gowwaa badiisa isaa ti;
8 Dubbiin hamattuu akkuma gurshaa miʼaawuu ti;
9 Namni hojii isaa irratti dhibaaʼu,
10 Maqaan Waaqayyoo gamoo jabaa dha;
11 Qabeenyi sooreyyii isaaniif magaalaa daʼoo qabduu dha;
12 Kufaatiidhaan dura garaan namaa of tuula;
13 Utuu hin dhaggeeffatin deebii kennuun,
14 Hafuurri namaa dhukkuba ni obsa;
15 Garaan nama hubataa beekumsa argata;
16 Kennaan abbicha kennuuf karaa bana;
17 Hamma namni biraa dhufee isaan mormutti,
18 Ixaa buusuun wal falmii qabbaneessa;
19 Obboleessa yakkame tokko deebisuun // magaalaa daʼoo qabdu irra ulfaata;
20 Ija afaan isaatiin garaan namaa quufa;
21 Arrabni humna jireenyaatii fi duʼaa qaba;
22 Namni niitii argatu waan gaarii argata;
23 Hiyyeessi arraba laafaadhaan dubbata;
24 Namni michoota baayʼisu ni bada;