Provérbios 17

GAZ

1 Mana nyaataa dhugaatiin guutame kan lola qabuu mannaa,

2 Garbichi hubataan ilma salphaa bulcha;

3 Okkoteen waa itti baqsan meetiif, boolli ibiddaa immoo warqeef;

4 Namni hamaan dubbii gowwoomsaa dhaggeeffata;

5 Namni hiyyeeyyiitti qoosu kan isaan Uume sana tuffata;

6 Nama jaare tokkoof ilmaan ilmaan isaa gonfoo dha;

7 Dubbiin baʼeessi nama gowwaatti hin tolu;

8 Mattaʼaan namicha kennuuf miʼa falfalaa ti;

9 Namni balleessaa namaaf dhiisu jaalala guddisa;

10 Hamma gowwaan yeroo dhibba garafamee itti dhagaʼamu caalaa

11 Namni hamaan fincila qofa barbaada;

12 Gowwaa gowwummaa isa keessa jiruun

13 Nama qooda gaarii hamaa deebisu,

14 Lola jalqabuun akkuma bishaan cabsanii yaasuu ti;

15 Waaqayyo waan kana lachuu ni balfa;

16 Sababii inni ogummaa argachuuf fedhii hin qabneef,

17 Michuun yeroo hunda nama jaallata;

18 Namni qalbii hin qabne harka dhaʼee waa namaaf kakata;

19 Namni lola jaallatu cubbuu jaallata;

20 Namni yaada hamaa qabu hin milkaaʼu;

21 Ilmi gowwaan abbaa isaatti gadda fida;

22 Garaan gammadu qoricha gaarii dha;

23 Namni hamaan karaa murtii qajeelaa jalʼisuuf jedhee

24 Namni hubataan fuula isaa gara ogummaatti deebifata;

25 Ilmi gowwaan abbaa isaatti gadda fida;

26 Nama balleessaa hin qabne tokko adabuun gaarii miti;

27 Namni beekaan of qusachaa dubbata;

28 Gowwaan iyyuu yommuu calʼisu ogeessa fakkaata;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado