Provérbios 16

GAZ

1 Karoorri garaa kan namaa ti;

2 Nama tokko karaan isaa hundi qulqulluu itti fakkaata;

3 Waan hojjettu hunda Waaqayyotti kennadhu;

4 Waaqayyo waan hunda kaayyoo ofii isaatiif hojjeta;

5 Namni of tuulu kam iyyuu fuula Waaqayyoo duratti balfamaa dha;

6 Namni jaalalaa fi amanamummaadhaan araara cubbuu argata;

7 Yoo karaan namaa Waaqayyoon gammachiise,

8 Galii guddaa jalʼinaan argatan mannaa

9 Namni garaa isaa keessatti karaa isaa karoorfata;

10 Hidhiin mootii hooda dubbata;

11 Madaallii fi safartuun qajeelaan kan Waaqayyoo ti;

12 Sababii teessoon qajeelummaadhaan jabaatee dhaabatuuf

13 Mootonni afaan dhugaa dubbatutti ni gammadu;

14 Dheekkamsi mootii ergamaa duʼaa ti;

15 Jireenyi ifa fuula mootii keessa jira;

16 Ogummaa argachuun warqee caala;

17 Daandiin nama tolaa hammina irraa fagoo dha;

18 Of tuuluun badiisaan dura,

19 Warra of tuulu wajjin boojuu qooddachuu mannaa,

20 Namni gorsa fudhatu kam iyyuu ni milkaaʼa;

21 Namni garaadhaan ogeessa taʼe qalbeeffataa jedhama;

22 Hubannaan nama isa qabuuf madda jireenyaa ti;

23 Garaan nama ogeessaa arraba isaa qajeelcha;

24 Dubbiin nama gammachiisu dhaaba dammaa ti;

25 Karaan qajeelaa namatti fakkaatu tokko jira;

26 Fedhiin hojjetaan tokko nyaataaf qabu

27 Namni faayidaa hin qabne hammina malata;

28 Namni jalʼaan lola kakaasa; hamattuun immoo

29 Namni jeequmsaan deemu ollaa isaa gowwoomsee

30 Namni ija qisu jalʼina karoorfata;

31 Arriin gonfoo ulfinaa ti;

32 Goota waraanaa irra nama obsa qabu,

33 Ixaan gudeeda irratti buufama;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado