1 Yaa Israaʼel, gara Waaqayyo Waaqa keetiitti deebiʼi.
2 Dubbicha fudhadhuutii
3 Asoor nu oolchuu hin dandaʼu;
4 “Ani gantummaa isaanii nan fayyisa,
5 Ani Israaʼelitti akkuma fixeensaa nan taʼa;
6 dameen isaa ni guddata.
7 Namoonni ammas deebiʼanii gaaddisa isaa jala jiraatu.
8 Yaa Efreem, ani kana caalaa // waaqota tolfamoo wajjin dhimma maaliin qaba?
9 Namni ogeessi eenyu? Inni waan kana ni beeka.