Lamentações 4

GAZ

1 Warqeen akkamitti boorrajjaaʼe?

2 Ilmaan Xiyoon kanneen akka

3 Waangoonni iyyuu ilmaan isaanii hoosisuuf

4 Sababii dheebuutiif arrabni daaʼimmanii

5 Warri dur cidha nyaachaa turan,

6 Adabbiin yakka saba koo

7 Ilmaan mootota isaanii cabbii caalaa qulqulluu,

8 Amma garuu qaqaa caalaa gurraachaʼaniiru;

9 Warra beelaan dhumanii mannaa,

10 Yeroo sabni koo dhumetti

11 Waaqayyo dheekkamsa isaa guutuu gad dhiise;

12 Akka diinonni yookaan amajaajonni

13 Garuu wanni kun sababii cubbuu

14 Isaan akkuma jaamotaa

15 Namoonnis, “Isin xuraaʼoo dha! Asii badaa!

16 Waaqayyo mataa isaatu isaan bittinneesse;

17 Akkasumaan gargaarsa eeggachuudhaan

18 Akka nu daandii keenya irra deemuu hin dandeenyeef

19 Warri nu ariʼan

20 Hafuurri lubbuu keenyaa kan Waaqayyo dibe,

21 Yaa Intala Edoom kan biyya Uuzi keessa jiraattu

22 Intala Xiyoon adabamuun kee ni dhuma;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado