Lamentações 3

GAZ

1 Namni ulee dheekkamsa isaatiin

2 Inni fuula isaa duraa na ariʼee

3 dhugumaan inni guyyaa guutuu,

4 Inni foon kootii fi gogaa koo dulloomseera;

5 Inni na marsee hadhaaʼummaa fi

6 Akkuma warra dur dhumanii

7 Inni akka ani hin miliqneef dallaa natti ijaare;

8 Yommuu ani waammadhu yookaan gargaarsaaf iyyadhutti illee

9 Karaa koo dhagaa soofameen cufe;

10 Inni akkuma amaaketa riphee waa eeggatuu,

11 daandii irraa na harkisee na ciccire;

12 Inni iddaa isaa luqqifatee

13 Korojoo isaa keessaa xiyya baasee

14 Ani saba koo hundaaf waan kolfaa nan taʼe;

15 Inni waan hadhaaʼaa na nyaachise;

16 Inni dhagaadhaan ilkaan koo cabse;

17 Ani nagaa nan dhabe;

18 Kanaafuu ani “Ulfinni koo,

19 Ani rakkinaa fi asii achi jooruu koo,

20 Lubbuun koo yeroo hunda waan kana yaaddi;

21 Taʼus ani waan kana nan qalbeeffadha;

22 Nu sababii jaalala Waaqayyoo guddaa sanaatiif hin badnu;

23 Isaan ganama hunda haaraa dha;

24 Anis, “Waaqayyo qooda koo ti;

25 Waaqayyo warra isa abdataniif,

26 Fayyisuu Waaqayyoo

27 Yeroo dargaggummaa isaatti

28 Inni kophaa isaa calʼisee haa taaʼu;

29 Amma illee abdiin ni jira taʼaatii,

30 Inni nama isa dhaʼutti maddii isaa haa qabu;

31 Gooftaan bara baraan

32 Inni gadda fidu illee garaa ni laafa;

33 Inni itti yaadee rakkina

34 Yommuu hidhamtoonni biyyattii keessa jiran hundi

35 yommuu fuula Waaqa Waan Hundaa Olii duratti

36 yommuu murtiin qajeelaan dhabamu,

37 Yoo Gooftaan ajajuu baate

38 Wanni hamaanii fi wanni gaariin

39 Yoos namni lubbuun jiraatu kam iyyuu

40 Kottaa nu daandii keenya qorree haa ilaallu;

41 Nu onnee keenyaa fi harka keenya

42 “Nu cubbuu hojjenneerra; fincilleerras;

43 “Ati dheekkamsaan of haguugdee nu ariite;

44 Akka kadhannaan tokko iyyuu gara kee hin dhufneef

45 Ati saboota gidduutti

46 “Diinonni keenya hundinuu,

47 Sodaa fi kiyyoon,

48 Sababii uummanni koo barbadaaʼeef

49 Iji koo boqonnaa malee

50 kunis hamma Waaqayyo

51 Sababii dubartoota magaalaa koo hundaatiif

52 Warri sababii malee diina natti taʼan

53 Isaan lubbuu koo boolla keessatti galaafatanii

54 bishaan mataa koo irra gara gale;

55 Yaa Waaqayyo, ani boolla qilee keessaa

56 Ati kadhannaa koo kan, // “Iyya ani gargaarsa barbaachaaf iyyu

57 Yeroo ani si waammadhetti ati natti dhiʼaattee

58 Yaa gooftaa ati dubbii koo naa falmite;

59 Yaa Waaqayyo, ati daba natti hojjetame argiteerta;

60 Ati haaloo baʼuu isaaniitii fi

61 Yaa Waaqayyo, ati arraba isaaniitii fi

62 kunis arraba warra natti kaʼaniitii fi

63 Ati isaan ilaali! Isaan taaʼanii yookaan dhadhaabatanii

64 Yaa Waaqayyo, waan isaaniif malu

65 Onnee isaanii haguugi;

66 Samiiwwan Waaqayyoo jalaa

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado