Jeremias 9

GAZ

1 Akka ani halkanii guyyaa,

2 Ani akkan saba koo dhiisee

3 “Isaan soba darbachuuf

4 “Michoota keessan irraa of eegaa;

5 Michuun michuu gowwoomsa;

6 Ati gidduu gowwoomsitootaa jiraatta;

7 Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

8 Arrabni isaanii xiyya nama galaafatuu dha;

9 Ani waan kanaaf isaan hin adabuu ree?”

10 Ani tulluuwwaniif gadoodee nan booʼa;

11 “Ani Yerusaalemin tuullaa waan diigameetii fi

12 Ogeessi waan kana hubachuu dandaʼu eenyu? Namni Waaqayyoon qajeelfamee waan kana ibsuu dandaʼu eenyu? Biyyattiin maaliif akkuma gammoojjii namni tokko iyyuu keessa darbuu hin dandeenye tokkootti diigamtee onte?

13 Waaqayyo akkana jedhe; “Kun sababii isaan seera koo kan ani fuula isaanii dura kaaʼe sana dhiisaniifii dha; isaan anaaf hin ajajamne yookaan seera koo duukaa hin buune.

14 Qooda kanaa mata jabinaan fedhii garaa isaanii duukaa buʼan; akkuma abbootiin isaanii isaan barsiisanittis Baʼaal duukaa buʼan.”

15 Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha: “Kunoo, ani akka sabni kun nyaata hadhaaʼaa nyaatuu fi akka inni bishaan summaaʼaa dhugu nan godha.

16 Ani saboota isaan yookaan abbootiin isaanii hin beekin keessa isaan nan bittinneessa; ani hamman lafa irraa isaan barbadeessuttis goraadeedhaan isaan nan ariʼa.”

17 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

18 Isaan dafanii dhufanii

19 Sagaleen booʼichaa kan,

20 Yaa dubartoota, egaa dubbii Waaqayyoo dhagaʼaa;

21 Duuti foddaa keenyaan ol lixeera;

22 Ati akkana jedhi: “Waaqayyo akkana jedha:

23 Waaqayyo akkana jedha:

24 namni boonu garuu,

25 Waaqayyo akkana jedha; “Barri ani itti warra foon isaanii qofaan dhagna qabaman hunda adabu ni dhufa; isaanis:

26 Gibxi, Yihuudaa, Edoom, Amoon, Moʼaabii fi warra gammoojjii keessa iddoo fagoo jiraatan hunda. Saboonni kunneen hundi dhugumaan dhagna hin qabamne; garaan mana Israaʼel hundaa iyyuu dhagna hin qabamne.”

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado