1 “ ‘Bara sana lafeen moototaatii fi qondaaltota Yihuudaa, lafeen lubootaatii fi raajotaa, lafeen namoota Yerusaalem awwaala isaanii keessaa ni baafama’ jedha Waaqayyo.
2 ‘Isaan fuula aduu fi jiʼaa duratti, fuula guutummaa urjiiwwan samii hundaa, kanneen jaallatanii fi tajaajilanii, kanneen faana buʼanii gorsa gaafatanii fi waaqeffatan sanaa duratti ni saaxilamu. Isaan akkuma kosii lafatti gatamee taʼan malee walitti hin qabaman yookaan hin awwaalaman.
3 Hambaan saba hamaa kanaa hundi lafa ani itti isaan ariʼu hundatti jireenya irra duʼa filata’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.
4 “Ati akkana isaaniin jedhi; ‘Waaqayyo akkana jedha:
5 Yoos sabni kun maaliif karaa irraa jalʼata?
6 Ani qalbeeffadhee dhaggeeffadheera;
7 Huummoon samii keessaa iyyuu
8 “ ‘Isin akkamitti, “Nu seera Waaqayyoo
9 Namoonni ogeeyyiin ni qaaneffamu;
10 Kanaafuu ani niitota isaanii namoota biraatiif,
11 Isaan madaa saba kootii,
12 Isaan amala isaanii jibbisiisaa sanatti ni qaanaʼuu?
13 “ ‘Ani guutumaan guutuutti isaan nan balleessa;
14 Nu maaliif as teenya?
15 Nu nagaa abdanne;
16 Daan keessaa korrisuu fardeen diinaatu dhagaʼama;
17 “Ani kunoo bofa hadhaa qabu,
18 Yaa isa gadda keessatti na Jajjabeessitu,
19 Kunoo, iyyi saba kootii
20 “Yeroon itti midhaan galfamu darbeera;
21 Sabni koo waan miidhameef anis miidhameera;
22 Qorichi dibatan Giliʼaad keessa hin jiruu?