Jeremias 10

GAZ

1 Yaa mana Israaʼel, waan Waaqayyo isiniin jedhu dhagaʼaa.

2 Waaqayyo akkana jedha:

3 Barteen uummattootaa faayidaa hin qabu;

4 Isaanis meetii fi warqeedhaan miidhagsu;

5 Waaqonni isaanii tolfamoon

6 Yaa Waaqayyo kan akka keetii tokko iyyuu hin jiru;

7 Yaa mootii sabootaa eenyutu si hin sodaanne?

8 Isaan hundinuu qalbii hin qaban; gowwootas;

9 Meetiin tumame Tarshiishii,

10 Waaqayyo garuu Waaqa dhugaa ti;

11 “Isin waan kana isaanitti himaa; ‘Waaqonni samii fi lafa hin uumin kunneen lafa irraa fi samii jalaa ni barbadaaʼu.’ ”

12 Waaqni garuu humna isaatiin lafa uume;

13 Yommuu inni qaqawweessaʼutti bishaanonni samii ni huursu;

14 Tokkoon tokkoon namaa gowwaa fi kan beekumsa hin qabnee dha;

15 Isaan faayidaa hin qaban; meeshaa qoosaa ti.

16 Inni Qooda Yaaqoob taʼe sun garuu akka warra kanaa miti;

17 Ati kan marfamtee jirtu,

18 Waaqayyo akkana jedhaatii;

19 Waan ani miidhameef anaaf wayyoo!

20 Dunkaanni koo diigameera;

21 Tiksoonni qalbii hin qaban;

22 Kunoo, oduun, raafamni guddaan tokko

23 Yaa Waaqayyo, ani akka jireenyi namaa // kan mataa isaa hin taʼin nan beeka;

24 Yaa Waaqayyo dheekkamsa keetiin utuu hin taʼin,

25 Saboota si hin beeknetti

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado