Jeremias 50

GAZ

1 Dubbiin Waaqayyo karaa Ermiyaas raajichaatiin waaʼee Baabilonii fi waaʼee biyya Baabilonotaa dubbate kanaa dha:

2 “Saboota gidduutti lallabaatii labsaa;

3 Sabni Kaabaa dhufu tokko ishee lolee

4 “Bara sana keessa, yeroo sanatti,

5 “Isaan karaa gara Xiyoon geessu ni gaafatu;

6 “Sabni koo hoolota badan taʼaniiru;

7 Kan isaan argu hundi isaan liqimse;

8 “Baabilonii baqadhaa baʼaa;

9 Ani biyya kaabaatii garee saboota gurguddaa kaasee

10 Baabilonis ni saamamti;

11 “Isin warri handhuuraa koo saamtan

12 haati keessan akka malee qaanofti;

13 Isheen sababii dheekkamsa Waaqayyootiif guutumaan guutuutti

14 “Isin warri iddaa luqqifattan hundinuu,

15 Karaa hundaan isheetti iyyaa!

16 Nama sanyii facaasuu fi kan yeroo midhaan haamamutti

17 “Israaʼel hoolaa bittinnaaʼee dha;

18 Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha:

19 Israaʼelin garuu lafa tika isaatti nan deebisa;

20 Bara sana keessa, yeroo sanatti,

21 “Biyya Meraataayimii fi

22 Sagaleen waraanaa,

23 Burruusni guutummaa lafaa akkamitti cabe!

24 Yaa Baabilon, ani kiyyoo siif diriirseera;

25 Waaqayyo mankuusaa miʼa lolaa isaa banee

26 Biyya fagootii isheetti kottaa.

27 Korommii ishee hunda qalaa;

28 Akka Waaqayyo Waaqni keenya haaloo baʼe,

29 “Namoota Xiyyaan lolan

30 Kanaafuu dargaggoonni ishee karaa irratti dhumu;

31 “Yaa koortuu nana, kunoo ani sitti kaʼeera”

32 Koortuun sun gufattee lafa dhoofti;

33 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

34 Taʼu illee Furaan isaanii jabaa dha;

35 “Goraadeen tokko Baabilonotatti dhufe!”

36 Goraadeen raajota ishee sobdootatti, dhufeera!

37 Goraadeen fardeenii fi gaariiwwan isheetti,

38 Caamsaan bishaan isheetti ni dhufa!

39 “Kanaafuu uumamawwan gammoojjiitii fi // waraabeyyiin achi jiraatu;

40 Akkuma Waaqni Sodoomii fi Gomoraa,

41 “Kunoo! Gareen loltootaa tokko kaaba irraa dhufaa jira;

42 Isaan xiyyaa fi eeboo qabataniiru;

43 Mootiin Baabilon oduu waaʼee isaanii dhagaʼe;

44 Ani akkuma leenca bosona Yordaanosii baʼee

45 Kanaafuu waan Waaqayyo Baabilonitti karoorfate,

46 Waca qabamuu Baabiloniitiin lafti ni raafamti;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado