Jeremias 51

GAZ

1 Waaqayyo akkana jedha:

2 Ani akka isaan gingilchanii ishee balleessaniif

3 Abbaan xiyyaa iddaa isaa hin aggaamin,

4 Isaan qalamanii Baabilon keessa ni harcaafamu;

5 Yoo biyyi isaanii fuula Qulqullicha Israaʼel duratti

6 “Baabilon keessaa baqadhaa!

7 Baabilon harka Waaqayyoo keessatti xoofoo warqee turte;

8 Baabilon akkuma tasaa

9 “ ‘Nu Baabilonin fayyisu yaalleerra;

10 “ ‘Waaqayyo qajeelummaa keenya dhugaa nuu baʼeera;

11 “Xiyya qaradhaa;

12 Dallaa Baabilonitti faajjii kaasaa!

13 Ati kan bishaan baayʼee qabdu,

14 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu ofiin kakateera:

15 “Inni humna isaatiin lafa uume;

16 Yommuu inni qaqawweessaʼutti bishaanonni samii ni huursu;

17 “Tokkoon tokkoon namaa gowwaa fi kan beekumsa hin qabnee dha;

18 Isaan faayidaa hin qaban; meeshaa qoosaa ti;

19 Inni qooda Yaaqoob taʼe sun garuu akka warra kanaa miti;

20 “Ati bokkuu koo kan duulaa

21 Ani siin fardaa fi yaabbataa fardaa nan caccabsa;

22 ani siin dhiiraa dubartoota nan caccabsa;

23 ani siin tiksee fi bushaayee nan caccabsa;

24 “Ani utuma iji keessan arguu waan isaan Xiyoon godhan hundaaf Baabilonii fi warra Baabilon keessa jiraatan hundaaf gatii isaanii nan kenna” jedha Waaqayyo.

25 “Yaa tulluu barbadeessaa,

26 “Waan ati bara baraan ontuuf,

27 “Biyyattii keessatti faajjii ol qabaa!

28 Ishee waraanuudhaaf saboota jechuunis,

29 Sababii wanni Waaqayyo

30 Gootonni Baabilon lola dhiisaniiru;

31 Akka magaalaan isaa moggaa hamma moggaatti qabamte

32 kunis akka malkaan qabame,

33 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha:

34 “Nebukadnezar mootiin Baabilon na nyaateera;

35 Jiraattonni Xiyoon,

36 Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:

37 Baabilon tuullaa diigame,

38 Sabni ishee hundi akka saafela leencaa ni aada;

39 Yommuu dhagni isaanii hoʼutti,

40 “Ani akka ilmoolee hoolaa,

41 “Sheeshaak akkamitti boojiʼamti!

42 Baabilon irra galaanni garagala;

43 Magaalaawwan ishee onanii

44 Ani Baabilon keessatti Beelin nan adaba;

45 “Yaa saba ko, ishee keessaa baʼaa!

46 Yeroo oduun biyya keessatti dhagaʼamutti

47 Yeroon ani itti waaqota Baabilon tolfamoo adabu

48 Ergasii samii fi lafti, wanni isaan keessa jiru hundis,

49 “Akkuma qalamtoonni lafa irraa hundi

50 Isin warri goraadee jalaa miliqxan,

51 “Sababii ormoonni iddoo qulqullaaʼaa

52 “Garuu barri ani itti,

53 “Yoo Baabilon samiitti ol baatee

54 “Baabilonii iyyi,

55 Waaqayyos Baabilonin ni barbadeessa;

56 Barbadeessaan tokko Baabilonitti ni dhufa;

57 Ani qondaaltotaa fi ogeeyyii ishee,

58 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha;

59 Yeroo Seraayaan ilmi Neeriyaa, ilmi Mahiseyaa bara Zedeqiyaa mooticha Yihuudaa keessa waggaa afuraffaatti mooticha wajjin gara Baabilon deemetti ajajni Ermiyaas Raajichi isaaf kenne kanaa dha.

60 Ermiyaas badiisa Baabilonitti dhufu hunda, jechuunis waaʼee Baabilon kan barreeffame hunda kitaaba maramaa irratti barreessee ture.

61 Innis Seraayaadhaan akkana jedhe; “Yommuu Baabilon geessutti dubbii kana hunda sagalee ol fudhattee dubbisuu hin dagatin.

62 Akkanas jedhi: ‘Yaa Waaqayyo, akka namni yookaan horiin ishee keessa hin jiraanneef ati akka iddoo kana barbadeessitu dubbatteerta; isheenis bara baraan ni onti.’

63 Yeroo kitaaba maramaa kana dubbiftee fixxutti dhagaa itti hidhiitii Laga Efraaxiisitti darbadhu.

64 Akkanas jedhi; ‘Sababii badiisa ani isheetti fiduutiin akka lammata hin kaaneef Baabilon akkasitti ni liqimfamti. Uummanni ishees ni harcaʼa.’ ”

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado