Jeremias 49

GAZ

1 Waaʼee Amoonotaa:

2 Garuu barri ani itti Rabbaa Amoonotaatti

3 “Yaa Heshboon wawwaadhu, Aayi barbadoofteertii!

4 Ati maaliif sulula keetiin boonta?

5 Ani warra naannoo kee jiraatan hunda irraa

6 “Taʼu illee ani ergasii hambaawwan Amoonotaa deebisee nan dhaaba”

7 Waaʼee Edoom:

8 Warri Deedaan keessa jiraattan garagalaa,

9 Warri gumaa wayinii guuran utuu gara kee dhufanii silaa

10 Ani garuu Esaawun qullaa nan hambisa;

11 ‘Daaʼimman kee kanneen warra hin qabne dhiisi; // anatu isaan jiraachisaatii.

12 Waaqayyo akkana jedha: “Yoo warri xoofoo dhuguun isaaniif hin malin ishee dhuguu qabaatan, ati maaliif utuu hin adabamin hafta ree? Ati ishee dhuguu qabda malee utuu hin adabamin hin haftu.

13 Ani akka Bozraan diigamtee waan sodaa, waan fafaatii fi waan abaarsaa taatu maqaa kootiin nan kakadha” jedha Waaqayyo. “Magaalaawwan ishee hundis bara baraan ni diigamu.”

14 Ani ergaa tokko Waaqayyo irraa dhagaʼeera:

15 “Ani amma saboota gidduutti sin xinneessa;

16 Ati kan hallayyaa kattaa irra jiraattee

17 “Edoom waan sodaa taati;

18 Isheen akkuma Sodoomii fi Gomoraan

19 “Ani akkuma leenca bosona Yordaanosii baʼee

20 Kanaafuu waan Waaqayyo Edoomitti karoorfate,

21 Sagalee kufaatii isaaniitiin lafti ni raafamti;

22 Ilaa! Risaan tokkoo Bozraa irratti qoochoo balʼisee

23 Waaʼee Damaasqoo:

24 Damaasqoon dadhabdeerti;

25 Magaalaan beekamaan,

26 Dhugumaan dargaggoonni ishee karaa irratti dhumu;

27 “Ani dallaawwan Damaasqootti ibidda nan qabsiisa;

28 Waaʼee Qeedaariitii fi waaʼee mootummoota Haazoor kanneen Nebukadnezar mootiin Baabilon lole sanaa:

29 Dunkaanonni isaaniitii fi bushaayeen isaanii ni fudhatamu;

30 “Isin warri Haazoor keessa jiraattan dafaa baqadhaa!

31 “Kaʼaatii saba nagaa qabu kan of amanatee jiraatu

32 “Gaalawwan isaanii ni hatamu,

33 “Haazoor iddoo jireenyaa waangoo,

34 Jalqaba bara mootummaa Zedeqiyaa mooticha Yihuudaa keessa dubbiin Waaqayyoo waaʼee Eelaam akkana jedhee gara Ermiyaas raajichaa dhufe:

35 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

36 Ani kutaalee samiiwwanii afran irraa

37 Ani fuula diinota isaanii,

38 “Ani teessoo koo Eelaam keessa dhaabbadhee

39 “Taʼu illee ani bara dhufuuf jiru keessa

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado