Jeremias 48

GAZ

1 Waaʼee Moʼaab:

2 Moʼaab siʼachi hin jajamtu;

3 Iyya Hooronaayimii dhufu,

4 Moʼaab ni cabdi;

5 Isaan akka malee booʼaa,

6 Baqadhaa! Lubbuu keessan baafadhaa;

7 Isin waan hojii keessanii fi qabeenya keessan amanattaniif,

8 Balleessituun sun magaalaa hundatti ni dhufa;

9 Moʼaabitti soogidda firfirsi;

10 “Namni garaa hirʼuudhaan hojii Waaqayyoo hojjetu abaaramaa haa taʼu!

11 “Moʼaab akkuma daadhii wayinii kan siicoo isaa irratti hafe

12 Garuu barri ani itti namoota okkotee keessaa dhangalaasan // ergu tokko ni dhufa.

13 “Yoos akkuma manni Israaʼel

14 “Isin akkamiin ‘Nu gootota;

15 Moʼaab ni barbadoofti; magaalaawwan ishees ni qabatamu;

16 “Kufaatiin Moʼaab gaʼeera;

17 Warri naannoo ishee jiraatan hundi,

18 “Yaa jiraattuu Diiboon,

19 Ati kan Aroʼeer keessa jiraattu,

20 Moʼaab waan diigamteef qaanofteerti.

21 Murtiin dirree ol kaʼaatti:

22 Diiboonitti, Neboo fi Beet Diblaataayimitti,

23 Kiriyaataayimitti, Beet Gaamulii fi Beet Meʼoonitti,

24 Keriiyoottii fi Bozraatti,

25 Gaanfi Moʼaab irraa murameera;

26 “Waan isheen Waaqayyotti koorteef

27 Israaʼel si duratti waan qoosaa hin turree?

28 Isin warri Moʼaab keessa jiraattan,

29 “Nu waaʼee of tuulummaa Moʼaab

30 Ani addaggummaa Moʼaab beeka; // garuu faayidaa hin qabaatu” jedha Waaqayyo;

31 Kanaafuu ani Moʼaabiif nan wawwaadha;

32 Yaa muka wayinii Sibimaa,

33 Lafa biqiltuutii fi lafa qotiisaa

34 “Sababii bishaan Niimriim gogeef,

35 Ani warra iddoowwan sagadaa kanneen gaarran irraatti

36 “Kanaafuu garaan koo akkuma ulullee faarsee Moʼaabiif booʼa;

37 Mataan hundinuu haadamee

38 Waan ani akkuma okkotee namni tokko iyyuu hin feeneetti

39 “Isheen akkam akkas caccabde! Isaan akkam akkas wawwaatu!

40 Waaqayyo akkana jedha:

41 Keriiyooti ni qabamti;

42 Moʼaab sababii Waaqayyoon tuffatteef

43 Yaa saba Moʼaab sodaan,

44 “Namni sodaa sana duraa baqatu

45 “Baqattoonni waan taʼan dhabanii

46 Yaa Moʼaab siif wayyoo!

47 “Taʼu illee ani bara dhufuuf jiru keessa

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado