Jeremias 5

GAZ

1 “Daandiiwwan Yerusaalem irra olii gadi deddeebiʼaa;

2 Isaan utuma ‘Dhugaa Waaqayyo jiraataa’ jedhanuu

3 Yaa Waaqayyo, iji kee dhugaa hin barbaaduu?

4 Anis akkana jedheen yaade;

5 Kanaafuu ani hangafoota bira dhaqee isaanitti nan dubbadha;

6 Kanaafuu leenci bosonaa baʼee isaan nyaata;

7 “Ani akkamiinan dhiifama isiniif gochuu dandaʼa?

8 Isaan korommii fardeenii kanneen akka gaariitti sooramanii dha;

9 Ani waan kanaaf isaan hin adabuu ree?”

10 “Dallaa dhagaa isheetti ol baʼaatii balleessaa;

11 Manni Israaʼelii fi manni Yihuudaa,

12 Isaan waaʼee Waaqayyoo soba dubbatan;

13 Raajonni bubbee malee homaa miti;

14 Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

15 Yaa mana Israaʼel,” jedha Waaqayyo;

16 Manʼeen xiyya isaanii akkuma awwaala banamaa ti;

17 Isaan midhaan keetii fi buddeena kee ni nyaatu;

18 “Taʼus ani bara sana keessa iyyuu guutumaan guutuutti isin hin balleessu” jedha Waaqayyo.

19 “Yommuu namoonni, ‘Waaqayyo Waaqni keenya maaliif waan kana hunda nutti fide?’ jedhanii gaafatanitti, ati, ‘Isin akkuma na dhiiftanii biyya keessan keessatti waaqota ormaa tajaajiltan sana, ammas biyya kan mataa keessanii hin taʼin keessatti ormoota ni tajaajiltu’ jettee isaanitti himta.

20 “Waan kana mana Yaaqoobitti himaa;

21 Isin uummanni gowwaan hubannaa hin qabne,

22 Isin na hin sodaattanii?”

23 Sabni kun garuu mata jabeessaa fi fincilaa dha;

24 Isaan garaa isaaniitti akkana hin jedhan;

25 Balleessaan keessan waan kana isin irraa deebiseera;

26 “Saba koo gidduu namoota hamoo

27 Akkuma manʼeen simbiraan guutamu,

28 gabbatanii bareedaniiru;

29 Ani waan kanaaf isaan hin adabuu?”

30 “Wanni suukaneessaan nama rifachiisu tokko

31 Raajonni raajii sobaa dubbatu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado