1 “Yaa saba Beniyaam baqadhaa baʼaa!
2 Ani Intala Xiyoon ishee bareedduu fi
3 Tiksoonni bushaayee isaanii fudhatanii isheetti dhufu;
4 “Isheetti waraana kaasuuf qophaaʼaa!
5 Kanaafuu kaʼaa, halkaniin ishee dhoofnee
6 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha;
7 Akkuma boolli bishaanii bishaan yaasu sana,
8 Yaa Yerusaalem gorsa koo dhagaʼi;
9 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:
10 Ani eenyuttin dubbadhee akeekkachiisuu dandaʼa?
11 Ani garuu dheekkamsa Waaqayyootiin guutameera;
12 Yeroo ani harka koo
13 “Xinnaadhaa hamma guddaatti
14 Isaan madaa saba kootii
15 Isaan amala isaanii jibbisiisaa sanatti ni qaanaʼuu?
16 Waaqayyo akkana jedha:
17 Ani eegdota isinitti ramadeen
18 Kanaafuu yaa saboota dhagaʼaa;
19 Yaa lafaa dhagaʼi:
20 Ixaanni biyya Shebaatii dhufu,
21 Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:
22 Waaqayyo akkana jedha;
23 Isaan xiyyaa fi eeboo qabataniiru;
24 Nu oduu waaʼee isaanii dhageenyeerra;
25 Sababii diinni goraadee qabatee fi
26 Yaa saba ko, uffata gaddaa uffadhaatii
27 “Akka ati karaa isaanii qortee beektuuf
28 Hundi isaanii finciltoota mata jabeeyyii
29 Buufaan dilaalii ibiddaan gubee balleessuuf
30 Sababii Waaqayyo isaan gateef