1 “Yaa Israaʼel, ati yoo deebite,
2 yoo ati, ‘Dhugaa Waaqayyo jiraataa’ jettee
3 Waaqayyo namoota Yihuudaatii fi namoota Yerusaalemiin akkana jedha:
4 Yaa namoota Yihuudaatii fi uummata Yerusaalem
5 “Yihuudaa keessatti beeksisaa; // Yerusaalem keessattis akkana jedhaa labsaa:
6 Xiyoon dhaquuf faajjii ol qabaa?
7 Leenci bosona isaatii baʼeera;
8 Kanaafuu isin uffata gaddaa uffadhaatii
9 Waaqayyo akkana jedha:
10 Anis akkana nan jedhe; “Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati utuu goraadeen kokkee keenya irra jiruu, ‘Isin nagaa qabaattu’ jechuudhaan saba kanaa fi Yerusaalemin guutumaan guutuutti gowwoomsiteerta?”
11 Yeroo sanatti saba kanaa fi Yerusaalemitti akkana jedhamee ni himama; “Bubbeen waa gubu tokko iddoowwan ol kaʼoo qullaa kanneen gammoojjii keessaa irraa gara saba kootiitti ni bubbisa; garuu afarsuuf yookaan qulqulleessuuf miti;
12 bubbeen waan sanaaf akka malee cimaa taʼe tokko na biraa ni dhufa. Anis murtii koo isaanitti nan labsa.”
13 Kunoo, inni akka duumessaatti,
14 Yaa Yerusaalem, ati akka fayyituuf // qalbii kee keessaa hammina dhiqadhu.
15 Sagaleen tokko Daan irraa lallaba;
16 “Waan kana sabootatti himaa;
17 Sababii isheen natti fincilteef,
18 “Amalli keetii fi hojiin kee
19 Marʼumaan ko, marʼumaan ko!
20 Badiisni badiisa irraan dhufa;
21 Ani hamma yoomiittin mallattoo waraanaa ilaala?
22 “Uummanni koo gowwaa dha;
23 Ani lafa nan ilaale;
24 Ani tulluuwwan nan ilaale;
25 Ani nan ilaale; namni tokko iyyuu hin turre;
26 Ani nan ilaale; kunoo biyyi midhaan baaftu ontee turte;
27 Waaqayyo akkana jedha:
28 Kanaafuu lafti ni boossi;
29 Sababii iyya abbootii fardeeniitii fi futtaaftota xiyyaatiin,
30 Yaa ontuu nana, ati maal gochaa jirta?
31 Ani iyya akka iyya dubartii ciniinsifattu tokkoo,