Jó 9

GAZ

1 Iyyoob akkana jedhee deebise:

2 “Ani akka wanni kun dhugaa taʼe beeka.

3 Namni tokko yoo isa wajjin falmuu barbaade

4 Ogummaan isaa gad fagoo dha; humni isaas guddaa dha.

5 Inni utuu isaan hin beekin tulluuwwan iddoo isaaniitii buqqisa;

6 Lafa iddoo isheetii ni sochoosa;

7 Inni biiftuu ni ajaja; isheenis hin baatu;

8 Isa qofatu samiiwwan diriirsa;

9 Urjiiwwan Amaaketaa fi urjii sadee,

10 Inni wantoota gurguddaa qoratanii bira gaʼuun hin dandaʼamne,

11 Yommuu inni na bira darbu ani isa arguu hin dandaʼu;

12 Yoo inni butee deeme eenyutu isa dhowwuu dandaʼa?

13 Waaqni dheekkamsa isaa hin deebisu;

14 “Yoos ani akkamittan isatti falmuu dandaʼa?

15 Ani nama balleessaa hin qabne utuun taʼe iyyuu,

16 Yoo ani isa waammadhee inni naa deebise illee,

17 Inni bubbee hamaadhaan na caccabsa;

18 Inni waan hadhaaʼaadhaan na guute malee

19 Waaʼee jabinaa taanaan inni jabaa dha!

20 Utuu ani nama balleessaa hin qabne taʼe iyyuu afaan koo natti mura;

21 “Ani hirʼina qabaachuu baadhu iyyuu,

22 Wanni hundinuu tokkuma;

23 Yommuu dhaʼichi buʼee duʼa tasaa fidutti,

24 Yommuu lafti harka hamootaa jala galtutti,

25 “Barri jireenya koo nama fiigu caalaa ariifata;

26 Inni akkuma bidiruu dhallaadduu irraa hojjetamee,

27 Yoo ani, ‘Guungummii koo nan dhiisa;

28 ani amma iyyuu dhiphina koo hunda nan sodaadha;

29 Erga yakkamaa taʼuun koo beekamee,

30 Utuma ani saamunaadhaan dhiqadhee

31 ati hamma uffanni koos na balfutti,

32 “Akka ani isaa deebisuu fi mana murtiittis wal falminuuf,

33 Utuu namni nu lamaan irra harka kaaʼu,

34 utuu Waaqni ulee isaa narraa kaasee

35 Silaa ani utuun isa hin sodaatin nan dubbadhan ture;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado