Jó 10

GAZ

1 “Ani jireenya koo akka malee jibbeera;

2 Waaqaanis akkana nan jedha:

3 Hojii jalʼootaa gammachuudhaan fudhattee

4 Ati ija foonii qabdaa?

5 Barri kee akka bara namaatii?

6 Yoos ati maaliif balleessaa koo barbaaddee

7 Taʼus ati akka ani yakka hin qabnee fi

8 “Harki kee tolchee na uume.

9 Akka supheetti na tolchuu kee yaadadhu.

10 Ati akka aannanii na hin dhangalaafnee?

11 Ati gogaa fi foon natti uffifte;

12 Ati jireenya naa kennitee gaarummaa natti argisiifte;

13 “Ati garuu waan kana hunda garaatti qabatte;

14 Ati yoo ani cubbuu hojjedhe na argita;

15 Yoo ani yakka hojjedhe, anaaf wayyoo!

16 Yoo ani mataa ol qabadhe ati akka leenca waa adamsuu na adamsita;

17 Ati dhuga baatota haaraa natti fiddee

18 “Egaa ati maaliif gadameessa keessaa na baafte?

19 Ani utuun dhalachuu baadhee

20 Barri koo gabaabaan dhumaa jira mitii?

21 utuu ani lafa dhaqanii hin deebine,

22 gara biyya dimimmisaaʼaa akka dukkanaa,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado