1 “Jireenyi namaa lafa irratti qabsoo cimaa mitii?
2 Akkuma garbicha gaaddisa galgalaa hawwuu,
3 jiʼoonni faayidaa hin qabne naa qoodaman;
4 Yommuun ciisutti, ‘Ani yoomin kaʼa?’ jedheen yaada.
5 Nafni koo raammoo fi qonyanyaa uffateera;
6 “Barri koo kolloo wayya dhooftuu caalaa ariifata;
7 Egaa yaa Waaqayyo, akka jireenyi koo
8 Iji amma na argu siʼachi na hin argu;
9 Akkuma duumessi bittinnaaʼee badus
10 Inni lammata mana isaatti hin deebiʼu;
11 “Kanaafuu ani cal hin jedhu;
12 Ati eegduu natti ramaduun kee, ani galaana moo
13 Yommuu ani, ‘Sireen koo na jajjabeessa;
14 ati abjuu keessa na sodaachifta;
15 Kanaafuu ani akkasitti jiraachuu irra
16 Jireenya koo nan jibba; ani bara baraan hin jiraadhu.
17 “Akka ati isa leelliftuuf,
18 Ati ganama ganama isa xiinxaltee
19 Ati ija kee narraa hin buqqiftuu?
20 Yaa isa nama eegdu,
21 Ati maaliif balleessaa koo irra dabartee