Jó 6

GAZ

1 Iyyoobis akkana jedhee deebise:

2 “Utuu gaddi koo safaramee

3 Waan inni cirracha galaanaa caalaa ulfaatuuf,

4 Xiyyawwan Waaqa Waan Hunda Dandaʼuu na keessa jiru;

5 Harreen diidaa utuu marga qabuu halaakaa?

6 Nyaanni hin miʼoofne soogidda malee nyaatamaa?

7 Ani isa tuquu hin fedhu;

8 “Utuu kadhannaan koo deebii argatee,

9 utuu na caccabsuun fedhii Waaqaa taʼee,

10 Silaa kun jajjabina naa taʼa ture;

11 “Ammas akkan abdadhuuf jabinni koo maali?

12 Ani jabina dhagaa qabaa?

13 Ani of gargaaruuf humna tokko illee qabaa?

14 “Namni michuu isaatiif garaa hin laafne

15 Obboloonni koo garuu akka doloolloo,

16 isaan laga cabbiidhaan booraʼee

17 Lageen yeroo bonni cimutti ni goggogu;

18 Warri gaalaan daldalan karaa isaanii irraa jalʼatu;

19 Daldaltoonni Teemaa kanneen gaalaan daldalan bishaan barbaadu;

20 Isaan waan abdatanii turaniif ni qaanaʼan;

21 Ammas isin akka waan faayidaa hin qabnee taatan;

22 Ani takkumaa, ‘Waa naaf kennaa’ yookaan

23 Yookaan, ‘Harka diinaa jalaa na baasaa’ yookaan,

24 “Na barsiisaa; ani nan calʼisa;

25 Dubbiin qajeelaan akkam ulfaataa dha!

26 Isin waan ani jedhu qajeelchuu,

27 Isin ijoollee abbaa hin qabnetti ixaa buufattu;

28 “Amma garuu yoo fedhii keessan taʼe na ilaalaa.

29 Deebiʼaa; murtiis hin jalʼisinaa;

30 Jalʼinni arraba koo irra jiraa?

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado