Jó 40

GAZ

1 Waaqayyos Iyyoobiin akkana jedhe:

2 “Namni Waaqa Waan Hunda Dandaʼuun falmu tokko isa ni qajeelchaa?

3 Iyyoobis akkana jedhee Waaqayyoof deebise:

4 “Ani nama faayidaa hin qabnee dha; akkamittin deebii siif kenna?

5 Ani yeroo tokko dubbadheera; garuu ani waanan deebisu hin qabu;

6 Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate:

7 “Akka dhiiraatti mudhii kee hidhadhu;

8 “Ati murtii koo qajeelaa sana gatii dhabsiistaa?

9 Irree akka irree Waaqaa qabdaa?

10 Ulfinaa fi guddinaan of miidhagsi;

11 Dheekkamsa kee kan guutee irra yaaʼu sana dhangalaasi;

12 Nama of tuulu hunda ilaalii gad deebisi;

13 Isaan hunda walitti qabii biyyoo keessatti awwaali;

14 Yoos ani mataan koo, akka harki kee mirgaa

15 “Bihemootin ani akkuman si uumettin uume,

16 Jabinni isaa dugda isaa keessa,

17 Eegeen isaa akkuma muka birbirsaa raafama;

18 Lafeen isaa akka ujummoo naasii ti;

19 Inni uumamawwan Waaqaa keessaa hangafa;

20 Gaarran marga ni kennuuf;

21 Inni huuxxii qoraattii qabu jala ciisa;

22 Gaaddisni huuxxii qoraattii qabuu isa haguuga;

23 Yommuu lagni cabsee yaaʼutti iyyuu kunoo, inni hin rifatu.

24 Namni utuma inni arguu isa qabuu

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado