1 Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate. Akkana jedhes:
2 “Namni dubbii beekumsa malee
3 Mee akka gootaa mudhii kee hidhadhu;
4 “Yeroo ani hundee lafaa kaaʼetti ati eessa turte?
5 Eenyutu balʼina ishee murteesse? Dhugumaan ni beektaa?
6 Hundeen ishee maal irra dhaabame?
7 Kunis yeroo bakkalchoonni barii walii wajjin faarfatanitti,
8 “Yeroo galaanni cabsee garaa lafaa keessaa baʼetti
9 Yeroo ani duumessoota uffata isaa godhee
10 yeroo ani daangaa isaa dhaabee
11 anis, ‘Ati hamma asiitti dhufta; garuu darbuu hin dandeessu;
12 “Ati bara jireenya keetii barraaqa ajajjee
13 Akka inni handaara lafaa qabatee
14 Lafti akka suphee chaappaa jala jiruutti bifa geeddaratti;
15 Hamoonni ifa isaanii dhowwatamaniiru;
16 “Ati gara burqaa galaanaa gad buutee
17 Karri duʼaa sitti mulʼifameeraa?
18 Balʼina lafaa guddaa sana hubatteertaa?
19 “Karaan iddoo ifni jirutti nama geessu kami?
20 Iddoo isaaniitti isaan geessuu dandeessaa?
21 Ati dhugumaan ni beekta; yeroo sana dhalatteertaatii!
22 “Mankuusa cabbii seentee yookaan mankuusa
23 Kan ani yeroo rakkinaatiif,
24 Karaan iddoo ifni itti bittinnaaʼutti
25 Eenyutu lolaadhaaf boʼoo,
26 lafa namni tokko iyyuu keessa hin jiraanne,
27 lafa namni keessa hin jiraannee fi lafa onaa quubsee
28 Roobni abbaa qabaa?
29 Cabbiin garaa eenyuutii baʼa?
30 Bishaanonni akka dhagaa jabaatu,
31 “Urjiiwwan babbareedoo Torbii jedhaman hidhuu ni dandeessaa?
32 Tuuta urjiiwwanii waqtiilee isaaniitti fiduu
33 Seera samiiwwanii beektaa?
34 “Ati sagalee kee gara duumessaatti ol fudhattee,
35 Ati bakakkaa daandii isaa irra erguu ni dandeessaa?
36 Eenyutu yaada garaatiif ogummaa
37 Eenyutu duumessoota lakkaaʼuuf ogummaa qaba?
38 yeroo biyyoon jabaattutti,
39 “Ati leenca dhalaadhaaf nyaata adamsitee
40 yeroo isaan manʼee isaanii keessatti riphanitti
41 Eenyutu yeroo ilmaan ishee gara Waaqaatti iyyan,