Jó 35

GAZ

1 Eliihuunis itti fufee akkana jedhe:

2 “Ati waan kana qajeelaa seetaa?

3 Ati, ‘Wanni kun faayidaa maalii naa qaba?

4 “Ani siʼii fi michoota kee kanneen si wajjin jiraniif

5 Ol jedhiitii samiiwwan ilaali;

6 Ati yoo cubbuu hojjette maal isa miita?

7 Ati yoo qajeelaa taate, maal isaaf kennita?

8 Hamminni kee nama akka keetii qofa miidha;

9 “Waan cunqursaan itti hammaatteef namoonni ni iyyu;

10 Garuu namni tokko iyyuu akkana hin jedhu;

11 kan bineensota lafa irraa caalaa beektota,

12 Inni sababii of tuulummaa jalʼootaatiif

13 Dhugumaan Waaqni iyya isaanii kan gatii hin qabne sana hin dhaggeeffatu;

14 Yoo ati, ‘Dubbiin koo fuula isaa dura jira;

15 Amma illee sababii dheekkamsi isaa nama hin adabneef,

16 Iyyoob oduu faayidaa hin qabneen afaan bana;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado