Jó 34

GAZ

1 Eliihuun akkana jedhe:

2 “Yaa ogeeyyii, dubbii koo dhagaʼaa;

3 Akkuma arrabni nyaata afaaniin qabu,

4 Waan qajeelaa taʼe ofii keenyaaf haa filannu;

5 “Iyyoob akkana jedha; ‘Ani qajeelaa dha;

6 Ani utuman nama dhugaa taʼee jiruu,

7 Namni akka bishaaniitti tuffii dhugu,

8 Inni warra hammina hojjetu wajjin walii gala;

9 Inni, ‘Waaqa gammachiisuu yaaluun,

10 “Kanaafuu isin yaa hubattoota, na dhagaʼaa.

11 Inni namaaf akkuma hojii isaatti gatii ni kenna;

12 Dhugumaan Waaqni hammina hin hojjetu;

13 Eenyutu lafa irratti isa muude?

14 Utuu inni hafuura isaa deebisee fudhatee,

15 silaa sanyiin namaa hundi walumaan bada;

16 “Ati yoo hubannaa qabaatte waan kana dhagaʼi;

17 Namni murtii qajeelaa jibbu bulchuu dandaʼaa?

18 Kan moototaan, ‘Isin faayidaa hin qabdan;’ jedhee

19 Inni ilmaan moototaatiif illee hin looguu;

20 Isaan halkan walakkaa tasa duʼu;

21 “Iji isaa karaa namootaa irra jira;

22 Iddoon warri waan hamaa hojjetan itti dhokatan,

23 Akka inni murtiidhaaf fuula isaa duratti dhiʼaatuuf,

24 Inni gaaffii tokko malee namoota jajjaboo ni burkuteessa;

25 Inni sababii hojii isaanii beekuuf,

26 Sababii jalʼina isaaniitiifis

27 kunis waan isaan isa duukaa buʼuu irraa garagalanii

28 Isaan akka inni iyya rakkattootaa dhagaʼuuf,

29 Yoo inni calʼise garuu, eenyutu isatti muruu dandaʼa?

30 kunis akka namni Waaqaaf hin bulle

31 “Namni tokko Waaqaan akkana jedha haa jennu;

32 Waan ani arguu hin dandeenye na barsiisi;

33 Waaqni sababii ati qalbii jijjiirrachuu didduuf

34 “Namoonni hubannaa qaban ni dubbatu;

35 ‘Iyyoob beekumsa malee dubbata;

36 Iyyoob sababii akka nama hamaatti deebii kenneef

37 Inni cubbuu isaa irratti fincila dabala;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado