1 “Yaa Iyyoob amma garuu ati dubbii koo dhaggeeffadhu;
2 Kunoo ani afaan koo nan banadha;
3 Dubbiin koo garaa qajeelaa keessaa baʼa;
4 Hafuura Waaqaatu na uume;
5 Egaa yoo dandeesse deebii naa kenni;
6 Ani fuula Waaqaa duratti namuma akka keetii ti;
7 Ati na sodaattee hin raafamin;
8 “Dhugumaan ati utuma ani dhagaʼuu dubbatteerta;
9 Ati akkana jetta: ‘Ani qulqulluu dha; cubbuu illee hin qabu;
10 Waaqni garuu balleessaa narratti argeera;
11 Miilla koo gudeelcha gidduu galchee hidha;
12 “Garuu ani sitti nan hima; kana irratti ati qajeelaa miti;
13 Ati maaliif akka waan inni
14 Namni hubachuu baattu iyyuu,
15 Inni utuma isaan siree isaanii irra ciisanuu,
16 gurra isaaniitti ni dubbata;
17 jalʼina irraa nama deebisuuf,
18 lubbuu isaa boolla irraa,
19 “Namni tokko dhiphina lafee isaa keessaa
20 kanaafuu jireenyi isaa nyaata jibba;
21 Foon isaa nyaatamee dhuma;
22 Lubbuun isaa gara boollaatti,
23 Taʼus yoo kuma keessaa ergamaan Waaqayyoo tokko
24 yoo namichaaf garaa laafee ‘Boolla buʼuu irraa isa oolche;
25 dhagni isaa akkuma dhagna daaʼimaatti haaromfama;
26 Inni Waaqa ni kadhata; isa birattis fudhatama argata;
27 Ergasiis gara namootaa dhufee akkana jedha;
28 Inni akka isheen boolla hin buuneef lubbuu koo fureera;
29 “Waaqni waan kana hunda
30 Kanas akka ifni jireenyaa isaaf ifuuf,
31 “Yaa Iyyoob qalbeeffadhuutii na dhaggeeffadhu;
32 Yoo waan jettu tokko illee qabaatte deebii naa kenni;
33 Yoo akkas taʼuu baate garuu na dhaggeeffadhu;