1 “Amma garuu warri umuriidhaan naa gadii,
2 Warra humna dhaban,
3 Isaan rakkinaa fi beelaan laafan;
4 Daggala keessaa biqiltuu soogiddaa funaannatan;
5 Isaan namoota gidduudhaa ariʼaman;
6 Isaan akka laga gogaa keessa,
7 Bosona keessatti ni halaaku;
8 Isaan gowwoota maqaa hin qabne,
9 “Amma ilmaan isaanii sirba natti baafatan;
10 Isaan xireeffatanii narraa fagaatan;
11 Sababii Waaqni iddaa koo laafisee gad na deebiseef,
12 Karaa mirga kootiin addaggeewwan kaʼaniiru;
13 Isaan karaa koo natti cufu;
14 Akkuma nama qaawwa balʼaan dhufuutti,
15 Sodaan na liqimseera; ulfinni koo akkuma waan
16 “Amma lubbuun koo na keessatti dhumteerti;
17 Halkan keessa lafeen koo ni waraanama;
18 Waaqni humna jabaadhaan uffata koo qabeera;
19 Inni darbatee dhoqqee keessa na buusa;
20 “Yaa Waaqi, ani sitti nan iyyadha; ati garuu deebii naa hin kennitu;
21 Ati gara jabinaan natti garagalta;
22 Ol na buttee fuula bubbee dura na oofta;
23 Ani akka ati gara duʼaatti,
24 “Dhuguma iyyuu yeroo inni rakkatee gargaarsa barbaachaaf iyyutti,
25 Ani warra rakkina keessa jiraniif hin boonyee?
26 Garuu utuu ani waan gaarii abdadhuu, wanni hamaan natti dhufe;
27 Keessi koo jeeqamaa jira; gonkumaa hin qabbanoofne;
28 Ani jajjabina dhabee asii fi achi deemee nan booʼa;
29 Ani obboleessa waangoo,
30 Gogaan koo gurraachaʼee qolli irraa kaʼeera;
31 Baganaan koo booʼichaaf, ululleen koo immoo