Jó 29

GAZ

1 Iyyoob haasaa isaa itti fufee akkana jedhe:

2 “Ani jiʼoota darban, bara Waaqni na eege sana

3 yeroo ibsaan isaa mataa koo irratti ife, anis ifa isaatiin

4 yeroo ani nama jabaa ture,

5 yeroo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu na wajjin ture,

6 yeroo daandiin koo dhadhaadhaan jiifame,

7 “Yeroo ani gara karra magaalaatti gad baʼee

8 dargaggeeyyiin na arganii karaa irraa goru;

9 hangafoonni sabaa dubbii afaanitti qabatanii

10 sagaleen namoota bebeekamoo hin dhagaʼamu ture;

11 Namni na dhagaʼu kam iyyuu na jaja;

12 ani hiyyeessa gargaarsa barbaachaaf booʼu,

13 Namni duʼuu gaʼe na eebbiseera;

14 Qajeelummaa akka uffata kootti uffadheera;

15 Ani nama jaameef ija,

16 Ani rakkataadhaaf abbaan ture;

17 Qarriffaa nama hamaa nan cabse;

18 “Ani akkana jedheen yaadee ture; ‘Manuma koo keessattin duʼa;

19 Hiddi koo gad fagaatee bishaan qaqqaba;

20 Ulfinni koo na keessatti haaraa taʼee jiraata;

21 “Namoonni calʼisanii gorsa koo eeggachaa

22 Erga ani dubbadhee booddee isaan deebiʼanii hin dubbanne;

23 Isaan akkuma nama bokkaa eeggatuutti na eeggatan;

24 Yeroo ani isaaniif seequtti isaan hin amanne;

25 Ani karaa isaaniif filee akka hangafa isaaniitti nan taaʼe;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado