Jó 27

GAZ

1 Iyyoob haasaa isaa itti fufee akkana jedhe:

2 “Dhugaa Waaqa jiraataa murtii qajeelaa na dhowwate,

3 hamma lubbuun na keessa jirtutti,

4 afaan koo hammina hin dubbatu;

5 Isin qajeeltota jechuu, Waaqni ana irraa haa fagaatu;

6 Qajeelummaa koo jabeessee nan qabadha; gadis hin dhiisu;

7 “Diinni koo akka nama hamaa, mormituun koo

8 Yommuu Waaqni lubbuu isaa isa irraa fudhatee isa balleessutti,

9 Yeroo rakkinni isatti dhufutti,

10 Inni Waaqa Waan Hunda Dandaʼutti ni gammadaa?

11 “Ani waaʼee harka Waaqaa isin nan barsiisa;

12 Hundi keessan waan kana argitaniirtu;

13 “Carraan Waaqni nama hamaaf qoode,

14 Ijoolleen isaa akka malee baayʼatan iyyuu goraadeetu isaan eeggata;

15 Hambaa isaa dhaʼichatu awwaala;

16 Inni meetii akkuma biyyootti tuullatee

17 waan inni kuufate nama qajeelaatu uffata;

18 Manni inni ijaaru akkuma mana dholdholee ti;

19 Inni utuma qabeenya qabuu dhaqee ciisa; garuu itti hin deebiʼu;

20 Sodaan akkuma lolaa isa irra garagala;

21 Bubbeen baʼa biiftuu isa fudhata;

22 Inni humna bubbee jalaa baʼuuf jedhee baqata;

23 Harka isaa dhadhaʼee itti qoosa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado