1 Iyyoob akkana jedhee deebise:
2 “Ati nama humna hin qabne hammam gargaarte!
3 Nama ogummaa hin qabneef gorsa akkamii kennite!
4 Akka ati dubbii kana dubbattuuf eenyutu si gargaare?
5 “Warri duʼan, warri bishaanii gadiitii fi
6 Duuti fuula Waaqaa duratti qullaa jira;
7 Waaqni iddoo duwwaa irra samii kaabaa diriirsa;
8 Inni duumessa isaatiin bishaanota hidhee qaba;
9 Inni duumessoota isaa itti uffisuudhaan
10 Inni fuula bishaanotaa irratti,
11 Utubaawwan samii ni hollatu;
12 Inni humna isaatiin galaana ni raasa;
13 Hafuura baafatuun samiiwwan qulqulleesse;
14 Wantoonni kunneen hojii isaa keessaa qarqaruma qofa;