Jó 21

GAZ

1 Iyyoob akkana jedhee deebise:

2 “Dubbii koo qalbeeffadhaa dhaggeeffadhaa;

3 Yeroo ani dubbadhu naa obsaa;

4 “Dhugumaan kan ani komadhu namaa?

5 Na ilaalaatii dinqisiifadhaa; harka keessanis

6 Ani yommuu waan kana yaadu nan sodaadha;

7 Hamoonni maaliif itti fufanii lubbuun jiraatu?

8 Ijoolleen isaanii naannoo isaaniitti,

9 Manni isaanii nagaa dha; waan sodaatu illee hin qabu;

10 Kormi isaanii dhalchuu hin dadhabu;

11 Isaan ijoollee isaanii akkuma bushaayeetti bobbaasu;

12 Dibbee fi kiraaraan sirbu;

13 Isaan bara isaanii badhaadhummaadhaan fixatu;

14 Taʼu illee isaan Waaqaan akkana jedhu; ‘Nu dhiisi!

15 Akka nu isa tajaajilluuf Waaqni waan Hunda Dandaʼu eenyu?

16 Badhaadhummaan isaanii garuu isaan harka hin jiru;

17 “Garuu ibsaan hamootaa yoom iyyuu ni dhaamaa?

18 Isaan akkuma cidii fuula qilleensaa duraa ti;

19 Isin, ‘Waaqni balleessaa nama tokkoo ilmaan isaatiif kuusa’ jettu.

20 Iji isaa badiisa isaa haa argu;

21 Inni yeroo jiʼi isaaf qoodame dhumutti,

22 “Namni tokko iyyuu Waaqa beekumsa barsiisuu dandaʼaa?

23 Namni tokko utuma itti tolee nagaan jiraatuu,

24 utuma dhagni isaa gabbatee jiruu, utuma lafeen isaa

25 Namni biraa immoo utuu gammachuu tokko illee hin argin,

26 Isaan biyyoo keessa wal bira ciciisu;

27 “Ani yaada keessanii fi

28 Isin, ‘Manni namicha guddaa,

29 Isin namoota karaa deeman hin gaafannee?

30 Akka namni hamaan guyyaa balaa oolfamu,

31 Namni fuuluma isaa dura dhaabatee hojii isaa itti himu eenyu?

32 Inni gara awwaalaatti geeffama;

33 Biyyoon sulula keessaa isatti miʼaawa;

34 “Yoos isin akkamiin waan faayidaa hin qabneen // na jajjabeessuu dandeessu ree?

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado