Jó 20

GAZ

1 Zoofaari Naaʼimaatichi akkana jedhee deebise:

2 “Waan ani akka malee jeeqameef,

3 Ani dheekkamsa na qaanessu dhagaʼaan jira;

4 “Ati erga namni lafa irra kaaʼamee bara duriitii jalqabee

5 Burraaquun jalʼootaa yeroo gabaabaaf tura;

6 Of tuulummaan isaa samiiwwan gaʼee

7 inni akkuma awwaaraa bara baraan bada;

8 Inni akkuma abjuu fiigee bada; deebiʼees hin argamu;

9 Iji isaa argee ture deebiʼee isa hin argu;

10 Ijoolleen isaa hiyyeeyyiif beenyaa baasu;

11 Jabinni dargaggummaa kan lafee isaa keessa guute sun,

12 “Hamminni afaan isaa keessatti miʼaawee

13 inni afaanii baafatee gatuu jibbee

14 nyaanni isaa garaa isaa keessatti dhangaggaaʼa;

15 Inni qabeenya liqimse sana ni tufa;

16 Inni summii bofaa xuuxa;

17 Inni laga yaaʼu,

18 Inni waan itti dadhabe utuu hin nyaatin deebisa;

19 Inni hiyyeeyyii hacuucee harka duwwaa hambiseeraatii;

20 “Hawwii isaa hamaa sana irraa boqonnaa hin argatu;

21 Wanni inni nyaatu tokko iyyuu hin hafuuf;

22 Utuma inni waan hunda qabuu rakkinni isatti dhufa;

23 Yeroo inni garaa isaa guutatutti,

24 Inni miʼa lolaa sibiilaa baqatu illee,

25 Dudga isaa keessaa xiyya,

26 dukkanni limixiinis riphee qabeenya isaa eeggata.

27 Samiiwwan balleessaa isaa saaxilu;

28 Guyyaa dheekkamsa Waaqaatti lolaan mana isaa,

29 Carraan Waaqni cubbamootaaf kennu,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado