Jó 14

GAZ

1 “Nama dubartoota irraa dhalate,

2 Inni akkuma daraaraa ni biqila; ni coollagas;

3 Iji kee nama akkasii xiyyeeffatee ilaalaa?

4 Eenyutu waan xuraaʼaa keessaa waan qulqullaaʼaa baasuu dandaʼa?

5 Barri jireenya namaa murtaaʼaa dha;

6 Hamma inni akka hojjetaa tokkootti bara isaa raawwatutti,

7 “Mukni illee abdii qaba:

8 Yoo gufuun isaa lafa keessatti dulloomee

9 foolii bishaaniitiin lata;

10 Namni garuu duʼee awwaalama;

11 Akkuma bishaan galaanaa gogu

12 namnis akkasuma ni ciisa; hin kaʼus;

13 “Maaloo utuu awwaala keessa na dhoksitee

14 Namni tokko yoo duʼe deebiʼee ni jiraataa?

15 Ati na waamta; anis si jalaa nan owwaadha;

16 Yeroo sana ati tarkaanfii koo ni lakkoofta;

17 Yakki koo korojootti naqamee chaappeffama;

18 “Garuu akkuma tulluun lolaadhaan dhiqamee jigu,

19 akkuma bishaan dhagaa nyaatee haphisu,

20 Ati bara baraan isa ni moota; innis ni bada;

21 Yoo ilmaan isaa ulfina argatan inni hin beeku;

22 Dhukkuba dhagna isaa qofatu isatti dhagaʼama;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado