Jó 15

GAZ

1 Eliifaaz Teemaanichi akkana jedhee deebise:

2 “Namni ogeessi tokko dubbii faayidaa hin qabneen deebii kennaa?

3 Inni dubbii faayidaa hin qabneen,

4 Ati garuu Waaqa sodaachuu ni tuffatta;

5 Cubbuun kee afaan kee ni barsiifti;

6 Afaanuma keetu sitti mura malee afaan koo miti;

7 “Situ nama hunda dura dhalatee?

8 Ati dhoksaa Waaqaa dhageesseertaa?

9 Wanni ati beektu kan nu hin beekne maali?

10 Namoonni arrii baasanii fi kanneen jaaran,

11 Gorsi Waaqaa kan nama jajjabeessu,

12 Yaadni kee maaliif si fudhatee bada?

13 Wanni akka ati Waaqatti aartu,

14 “Akka qulqulluu taʼuuf namni maali?

15 Yoo Waaqni qulqulloota isaa illee amanuu baatee

16 yoos sanyiin namaa inni hamaa fi xuraaʼaan,

17 “Na dhaggeeffadhu; ani siifan ibsaa;

18 waan namoonni ogeeyyiin

19 biyyattiin abbootii isaanii qofaaf kennamte;

20 Namni dabaan bara jireenya isaa guutuu,

21 Sagaleen sodaachisaan gurra isaatti ni iyya;

22 Inni akka deebiʼee dukkana keessaa baʼu hin amanu;

23 Inni waan nyaatamu barbaacha asii fi achi joora;

24 Dhiphinaa fi gaddi isa sodaachisu;

25 inni harka isaa Waaqatti ol fudhatee

26 gaachana yabbuu fi jabaa qabatee

27 “Yoo fuulli isaa coomaan haguugamee

28 inni magaalaawwan barbadaaʼan keessa,

29 Inni siʼachi hin sooromu; qabeenyi isaas hin jiraatu;

30 Inni dukkana jalaa hin baʼu;

31 Inni sababii beenyaa tokko illee hin arganneef,

32 Inni utuu yeroon isaa hin gaʼin ni coollaga;

33 Inni akka muka wayinii iji isaa utuu hin bilchaatin irraa funaanamee,

34 Gareen warra Waaqaaf hin bullee ni maseena;

35 Isaan rakkina ulfaaʼanii hammina dhalan;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado