1 “Bara sana keessa, yeroo sanatti,
2 saboota hunda walitti qabeen
3 Isaan uummata kootti ixaa buufatanii
4 “Yaa Xiiroosii fi Siidoonaa, isin kutaaleen Filisxeem hundinuu, amma maal narraa qabdu? Isin waan ani godheef haaloo na baafachaa jirtuu? Yoo isin haaloo na baafachaa jirtu taʼe ani dafee ariitiidhaan waan isin hojjettan sana matuma keessanittin deebisa.
5 Isin meetii fi warqee koo guurrattanii qabeenya koo filatamaas mana waaqeffannaa keessanitti geeffattaniirtuutii.
6 Isin biyya isaanii irraa isaan fageessitanii uummata Yihuudaatii fi Yerusaalem Giriikotatti gurgurattan.
7 “Kunoo, ani biyya isin itti isaan gurgurattan keessaa isaan baasee waan isin hojjettan sana matuma keessanitti nan deebisa.
8 Ani ilmaanii fi intallan keessan saba Yihuudaatti nan gurgura; isaan immoo saba fagoo jiru kan Saabaa jedhamutti dabarsanii isaan gurguratu.” Waaqayyo dubbateeraatii.
9 Waan kana saboota gidduutti labsaa:
10 Maarashaa keessan tumaatii goraadee godhadhaa;
11 Isin saboonni qixa hundaan dafaa kottaattii
12 “Saboonni haa kaʼan;
13 Midhaan gaʼeeraatii
14 Waldaan guddaan, waldaan nama baayʼee
15 Biiftuu fi addeessi ni dukkanaaʼu;
16 Waaqayyo Xiyoon irraa ni iyya;
17 “Ergasii isin akka ani Waaqayyo Waaqni keessan Xiyoon keessa,
18 “Gaafas tulluuwwan daadhii wayinii haaraa ni coccobsu;
19 Gibxi garuu ni onti;
20 Yihuudaan bara baraan,
21 Ani dhiiga isaanii kan yakka hin qabne sana