Amós 1

GAZ

1 Kun mulʼata Amoos inni tikseewwan Teqooʼaa keessaa tokko ture sun bara Uziyaan mootii Yihuudaa, Yerobiʼaam ilmi Yooʼaash immoo mootii Israaʼel turetti, utuu sochiin lafaa hin taʼin waggaa lama dura waaʼee Israaʼel argee dha.

2 Innis akkana jedhe:

3 Waaqayyo akkana jedha:

4 ani ibidda daʼannoo Ben-Hadaad

5 Ani karra Damaasqoo nan cabsa;

6 Waaqayyo akkana jedha:

7 ani ibidda daʼannoo ishee barbadeessu tokko

8 Ani mootii Ashdoodii fi isa Ashqaloon keessatti

9 Waaqayyo akkana jedha:

10 ani ibidda daʼannoo ishee barbadeessu tokko

11 Waaqayyo akkana jedha:

12 ani ibidda daʼannoo Bozraa barbadeessu tokko

13 Waaqayyo akkana jedha:

14 ani guyyaa lolaatti wacaan,

15 Mootiin ishee boojiʼamee innii fi

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado