Amós 2

GAZ

1 Waaqayyo akkana jedha:

2 ani ibidda daʼannoo Keriiyooti barbadeessu tokko

3 Ani bulchaa ishee ajjeesee

4 Waaqayyo akkana jedha:

5 ani ibidda daʼannoo Yerusaalem barbadeessu tokko

6 Waaqayyo akkana jedha:

7 Isaan akkuma biyyoo lafaatti

8 Isaan uffata qabdiidhaan nama irraa

9 “Inni akkuma birbirsaa dheeratee

10 “Ani biyya Amoorotaa isiniif kennuuf jedhee,

11 “Akkasumas ani ilmaan keessan gidduudhaa raajota,

12 “Isin garuu Naaziroota daadhii wayinii obaaftanii

13 “Ani akkuma gaariin yommuu midhaaniin guutamu caccabu sana,

14 Saffisaan hin miliqu;

15 Abbaan xiyyaa jabaatee dhaabachuu hin dandaʼu;

16 Loltoonni akka malee jajjaboon iyyuu

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado