Amós 3

GAZ

1 Yaa saba Israaʼel, dubbii Waaqayyo isiniin mormuudhaan, maatii ani biyya Gibxii baasee fide hundaan mormuudhaan dubbate kana dhagaʼaa:

2 “Ani maatiiwwan lafa irra jiraatan

3 Yoo walii galan malee

4 Leenci tokko yoo waan adamsu hin argatin

5 Simbirri tokko lafa kiyyoon hin kaaʼaminitti

6 Yoo magaalaa keessatti malakanni afuufame,

7 Dhugumaan Waaqayyo Gooftaan

8 Leenci aadeera;

9 Daʼannoo Ashdoodiitii fi

10 “Warri daʼannoo isaanii keessatti waan boojiʼamee fi // waan saamame kuufatan

11 Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

12 Waaqayyo akkana jedha:

13 “Waan kana dhagaʼaatii mana Yaaqoobitti dhugaa baʼaa” jedha Gooftaan, Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu.

14 “Guyyaa ani cubbuu isheetiif jedhee Israaʼelin adabutti,

15 Ani mana gannaatii fi

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado