1 Isin yaa saawwan Baashaan kanneen Tulluu Samaariyaa irra jirtan,
2 Waaqayyo Gooftaan akkana jedhee // qulqullummaa isaatiin kakateera:
3 Isin tokko tokkoon qajeeltanii
4 “Beetʼeel dhaqaatii cubbuu hojjedhaa;
5 Buddeena raacitii qabu aarsaa galataa godhaatii gubaa;
6 “Ani magaalaa hunda keessatti garaa duwwaa isiniif kenneera;
7 “Ani yeroo midhaan haamamuuf jiʼi sadii hafutti
8 Uummanni bishaan barbaacha magaalaadhaa gara magaalaatti joore;
9 “Ani yeroo hedduu iddoo biqiltuutii fi
10 “Ani akkuman biyya Gibxi godhe sana
11 “Ani akkuman Sodoomii fi Gomoraa garagalche sana
12 “Kanaafuu yaa Israaʼel, ani akkanan isin godha;
13 Inni tulluuwwan tolchee