Amós 5

GAZ

1 Yaa mana Israaʼel dubbii kana, faaruu booʼichaa kan ani waaʼee keessaniif booʼu kana dhagaʼaa:

2 “Durbi qulqullittiin Israaʼel kufteerti;

3 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

4 Waaqayyo mana Israaʼeliin akkana jedha:

5 Beetʼeelin hin barbaaddatinaa;

6 Waaqayyoon barbaaddadhaatii jiraadhaa;

7 Isin warra murtii qajeelaa hadhaatti geeddartanii

8 Inni urjiiwwan Torbii fi urjiiwwan Sadee uume,

9 Inni daʼoo jabaatti badiisa tasaa fida;

10 Isaan nama karra irratti nama ifatu ni jibbu;

11 Isin hiyyeeyyii dhidhiittanii

12 Balleessaan keessan hammam akka baayʼatuu fi

13 Kanaafuu namni qalbeeffataan yeroo akkasiitti afaan qabata;

14 Akka lubbuudhaan jiraattaniif

15 Waan hamaa jibbaa; waan gaarii jaalladhaa;

16 Kanaafuu Gooftaan, Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

17 Ani gidduu keessan waanan darbuuf

18 Isin warra guyyaa Waaqayyoo

19 Wanni kun akkuma nama leenca jalaa baʼee

20 Guyyaan Waaqayyoo ifa utuu hin taʼin dukkana mitii?

21 “Ani ayyaana amantaa keessanii nan jibba; nan tuffadhas;

22 Utuu isin aarsaa gubamuu fi kennaa midhaanii naaf fiddanii iyyuu

23 Waca faarfannaa keessanii asii balleessaa!

24 Garuu murtiin qajeelaan akkuma lagaa,

25 “Yaa mana Israaʼel isin waggaa afurtama

26 Isin waan harkuma keessaniin tolfattan

27 Kanaafuu ani akka isin boojiʼamtaniif,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado