Amós 6

GAZ

1 Yaa warra yaaddoo malee Xiyoon keessa jiraattan,

2 Gara Kaalneetti darbaatii ilaalaa;

3 Isin guyyaa hamaa fageessitanii

4 Isin siree ilka arbaatiin miidhagfame irra ciiftu;

5 Isin sagalee baganaatiin weedduu faayidaa hin qabne weeddiftu;

6 Isin xoofoo keessaa daadhii wayinii dhugdu;

7 Kanaafuu isin warra jalqabatti boojiʼaman wajjin // boojiʼamtanii fudhatamtu;

8 Waaqayyo Gooftaan ofii isaatiin kakateera; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:

9 Namoonni kudhan yoo mana tokko keessatti hafan isaanis ni dhumu.

10 Yoo firri reeffa baasee gubu tokko mana sana keessaa baasuuf dhufee nama dhokatee achi jiru kamiin iyyuu, “Namni tokko iyyuu si wajjin jiraa?” jedhee gaafatee namichi sun, “Hin jiru” jedheen, inni “Calʼisi! Nu maqaa Waaqayyoo dhaʼuu hin qabnu” jedhaan.

11 Kunoo Waaqayyo ajaja kenneeraatii,

12 Fardeen kattaawwan irra ni fiiguu?

13 isin warra Lodebaar moʼachuutti gammaddanii,

14 Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedhaatii;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado