Isaías 65

GAZ

1 “Ani warra na hin iyyaafatinitti nan mulʼadhe;

2 Ani guyyaa guutuu gara uummata didaa taʼeetti,

3 Isaan saba iddoo biqiltuu keessatti aarsaa dhiʼeessuudhaan,

4 isaan warra awwaala gidduu tataaʼanii

5 isaan warra, ‘Achi fagaadhu; natti hin dhiʼaatin;

6 “Kunoo, wanni kun akkana jedhamee fuula koo duratti barreeffameera:

7 Kunis cubbuu keessanii fi cubbuu abbootii keessanii ti”

8 Waaqayyo akkana jedha:

9 Anis Yaaqoob keessaa sanyii tokko,

10 Saba koo kan na barbaaduuf

11 “Garuu isin warra Waaqayyoon dhiiftanii

12 ani irbaata goraadee isinan godha;

13 Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

14 Garboonni koo

15 Filatamtoonni koo maqaa isin dabarfattan sana

16 Namni lafa irratti eebbifamu kam iyyuu,

17 “Kunoo ani, samiiwwan haaraa fi

18 Isin garuu waan ani uumutti,

19 Ani Yerusaalemitti nan gammada;

20 “Siʼachi, daaʼimni guyyaa muraasa qofa jiraatu,

21 Namoonni mana ni ijaarratu; achi keessas ni jiraatu;

22 Siʼachi isaan mana ijaaranii namoonni biraa keessa hin jiraatan;

23 Isaan akkasumaan hin dadhaban

24 Ani utuu isaan na hin waammatin nan deebisaaf;

25 Yeeyyii fi xobbaallaan hoolaa walii wajjin nyaatu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado