Isaías 5

GAZ

1 Ani naman jaalladhu sanaaf,

2 Innis lafa sana qotee isa irraa dhagaa balleessee

3 “Yaa jiraattota Yerusaalemii fi saba Yihuudaa,

4 Waan ani godheef kana caalaa

5 Ani amma waanan iddoo dhaabaa wayinii koo gochuuf jiru

6 Ani isa nan onsa;

7 Iddoon dhaabaa wayinii

8 Isin warra hamma iddoon

9 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu utumaa ani dhagaʼuu akkana jedhee dubbate:

10 Iddoo dhaabaa wayinii cimdii kudhan irraa daadhii wayinii // baadoosii tokko qofatu galfama;

11 Warra dhugaatii barbaachaaf ganamaan kaʼan,

12 Isaan cidha isaanii irratti baganaa, kiraaraa fi dibbee,

13 Kanaafuu sabni koo

14 Kanaafuu Siiʼool garaa isaa balʼifatee

15 Kanaafuu namni gad qabama;

16 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu garuu

17 Yeroo sanatti hoolonni akkuma waan // lafa dheeda isaanii keessa jiraniitti ni dheedu;

18 Warra funyoo gowwoomsaatiin cubbuu,

19 kanneen, “Waaqni haa ariifatu;

20 Warra hamaadhaan gaarii,

21 Warra akka yaada isaaniitti ogeeyyii,

22 Warra daadhii wayinii dhuguutti jabaa,

23 warra mattaʼaa fudhatanii yakkamaa gad lakkisaniif,

24 Kanaafuu akkuma arrabni ibiddaa cidii lafa irraa arraabu,

25 Kanaafuu dheekkamsi Waaqayyoo saba isaatti ni bobaʼa;

26 Inni saboota fagoo jiraniif faajjii ol qaba;

27 Isaan keessaa namni tokko iyyuu hin dadhabu yookaan hin gufatu;

28 Xiyyi isaanii qaramaa dha;

29 Aaduun isaanii akkuma aaduu leencaa ti;

30 Gaafas isaan akkuma huursaa galaanaa

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado